ABBAS STEEL
ስለ አቅራቢው መረጃ
*Abbaas Nasruu Daldalaa Sibiila feerroo ijaarsaa Sibiila feerroo jabaataa akkaataa barbaadamuun jallisuufi qajeelchuun danda’amu eessaa akka bitattan yaaddanii jirtuu? Eegaa hin yaadda’inaa nuti isiniif jirra yoo jennu gammachuu guddaadhaanidha! Isinis, Filannoo keessan waan nu taasiftaniif galatoomaa jechaa; dhaabbanni keenyas, qulqullinaafi saffisan maamiloota isaa keessummeessuuf qophii guutuu taasisee jira. ð Gosoota sibiilaa nuti dhiheessinu: â sibiila feerroo qulqulluu tajaajiloota: biimii, kolonii, islaavii, darajaa, mana gamoo, viillaa, riqicha, daandiifi ijaarsa adda addaaf kan oolu sadarkaan isaanii 75ffaa kan ta’e waarshaa biyya keessaan kan oomishameefi Turkii irraa kan galfame gosa barbaaddaniin ð8mm ð10mm ð12mm ð14mm ð16mm ð20mm ð24mm ð32mm ⢠Osoo nu bira hin gahiin hin murteessinaa! ð± 0911195872 ð± 0983774236 ð± 0922797141 Teessoo: ⢠Lakk. 1 Teklehaymaanot Pepsi meetira 50 fagaatee argama ⢠Lakk.2 Imbaa
አድራሻ:





